May 24, 2017

Open Letter to Ethiopia’s Prime Minister Hailemariam Dessalegn

H. E. Prime Minister Hailemariam Dessalegn
Federal Democratic Republic of Ethiopia
Office of the Prime Minister
P. O. Box 1031
Addis Ababa, Ethiopia

Dear Mr. Prime Minister,
Please allow me to extend my greetings at a time when my heart is, once again, grieving for all the Oromo that are being killed, jailed and brutally assaulted by your security forces merely for demanding their legitimate constitutional rights. During the last four months, reports reaching us from the center, east, south and west of Oromia indicate that hundreds have been killed, thousands have been wounded and tens of thousands are being held in prisons or detention centers. Rarely have in the history of contemporary Ethiopia members of a particular nationality suffered brutality on such a scale and magnitude. The Oromo Democratic Front (ODF) would like to call upon you to take practical steps to right these wrongs and avert more calamitous developments. Moreover, these upsurges of protests, despite the heavy-handed crackdown, demonstrate that the 25 year old policy of deploying the security forces to suppress popular yearning for justice, equality and basic freedoms has failed. Surely, reconsidering this policy is way overdue.

Mr. Prime Minister,
Further crackdown is no answer to the widespread and sustained protests. Neither is brandishing the government’s achievements in the economic realm for what is at stake is people’s lives. Having already stated that the country is ailing from lack of good governance, it should not be lost on you that something more serious is amiss with the EPRDF’s approach to governance. If your government does not consider these incidents as the writing on the wall, what other signals would serve as the wakeup call? At this point, pointing fingers at your usual culprits is not only pointless but also a dereliction of duty. Mustering the political will to bravely deal with the root causes of the ongoing turmoil is astute leadership.

The Oromo protests have, on the whole, been peaceful. However, that these largely peaceful rallies were at times marred by violent incidents is regrettably undeniable. We should not be surprised. The brutalities visited upon them forces youthful members of brutalized communities to consider violence as an effective response to what is happening to them and members of their society. If the government employs brutality as an effective instrument to suppress demands that the government itself has declared to be legitimate, what hinders these individuals from following the example set by officials expected to be responsible?

Mr. Prime Minister,
You, as a person with engineering training, must be aware of the valuable role that relief valve play in averting disaster. Unless the cause of the over-pressure that set off the relieve valve is identified and dealt with, catastrophic explosion would be the inevitable outcome. Peaceful protests are social relief valves indicating that simmering societal discontent is approaching explosive levels. By simply repressing them instead of dealing with their root causes, one only makes an explosion inescapable at an unpredictable later moment and with equally unforeseeable consequences.

Throughout history officials of long governing parties have failed to realize and deal with simmering societal discontents because their powerful situation cloaks them from feeling the pain suffered by the average person. If one throws a frog into a boiling vessel, it will immediately jump out and save itself by reacting to the heat shock. If it is placed in a steadily heating container, however, its body naturally adjusts to the rising temperature oblivious to its inevitable demise. I am afraid that EPRDF officials, ensconced in a comfort zone behind a wall of an expansive military and security apparatus run the risk of being blind to the storm cloud of rising societal discontent that is thickening over Ethiopia. Hence, it is in your best interests to heed the warnings of those outside this comfort zone, disturbing though their messages may be.

Mr. Prime Minister,
I have always been disturbed by EPRDF’s sense of self-righteousness and blamelessness and the ease with which it attributes all ‘wrongdoings’ to this or that culprit. I imagine you are also troubled because, as a religious person, you must believe that only the Almighty Creator is completely infallible and blameless. Thus, humble humans must engage in soul-searching exercises in order to question if, through their commissions or omissions, they contributed to tragic developments. Aside from hollow talk about lack of good governance, it is high time for EPRDF to lift the blinders of hubris and ask itself if its policies or practices led to the tragedy currently unfolding in Oromia and other similar happenings elsewhere and take appropriate action.

Mr. Prime Minister, as the leader of the country at this most trying of times, it is incumbent upon you to exercise utmost wisdom. To this end, please allow me to pose a few questions, if you may. Can Ethiopia afford more chaos? What if the situation spins out of control, as it has in many countries nearby and far off, as to plunge the country into an all-out pervasive crisis? I am afraid, as millions are, that Ethiopia is nearing a point of no return. What would be the use of waking up and wailing after the Rubicon had already been crossed?

Mr. Prime Minister,
Let me conclude by mentioning one tragic political tradition in Ethiopia with ever rising disastrous consequences. And that is the tradition of leaders failing to institute reforms with the view to averting impending disasters. Emperor Haile Selassie failed to heed such a signal when his own Bodyguard attempted the coup dẻtat of December 1960, indicating that instituting reforms was overdue. His refusal to heed the warning culminated in the tumultuous 1974 revolution that claimed his life, exposed members of his family to years of suffering and forever sealed the fate of
the millennia-old institution of monarchy.

The Emperor’s successor, Mengistu Hailemariam, could also have likely averted the separation of Eritrea by simply restoring the abrogated federation. Instead of seeking a political solution to the Eritrean issue, however, he persisted to wage war even after the coup attempt of 1989 exposed the degree to which the high brass as well as the rank and file of the armed forces was frustrated. Hence, I plead with you to aspire going down in history as the first Ethiopian leader that instituted timely reforms by heeding the writing on the wall. Much more immediately, I appeal to you to show leadership by addressing the country and taking the following measures:

 Unequivocally declare that Addis Ababa (Finfinne) is an integral part of the Oromia National State, that also serves as the seat of the federal government;
 Establishing an independent commission to investigate the killings and assaults committed against peaceful Oromo demonstrators and to bring the culprits to justice;
 Releasing all political prisoners regardless of their political, religious and ethnic backgrounds and revoking the unconstitutional laws passed in recent years;
 Sacking the Chief of Defense Staff General Mohammed Yunus (Samora), and Chief of Intelligence and Security, Ato Getachew Aseffa, for their mishandling of the crisis, and replacing them with professional and impartial officers;
 Initiating an open, transparent, and inclusive dialogue on the situation in Oromia and the country’s future.
Wishing you all the wisdom and courage required of a leader at a time of deepening crisis and with the expression of my highest regards, I remain.

Yours truly,

Leenco Lata, President
Oromo Democratic Front (ODF)

Open Letter to Ethiopia’s Prime Minister Hailemariam Dessalegn

Ergaa Gulaalaa Imaammata ADO Ibsu

Addi Demokiratawaa Oromoo ibsa waggaa haaraa bara 2014 baase keessatti bara

Kana hojii gurguddaa lama akka isa eeggatu ibse, kunneenis haala ummata isaa keessatti qaamaan argamee qabsoo bilisummaa ittiin finiinsu mijeessuu fi  dirree saboota biroo

wajjiin qabsoo ittiin qindeeffatu anjeessuu akka ta’e addeesse. Itti dabaluunis Addi Dimokiratawaa Oromoo  mul’ata isaa kana fiixaan baasuuf qaama kamuu  kan rakkoo biyya sanii furee biyya sana biyya saboota hundaa akka taatu barbaadu wajjiin hojjechuufis ta’e waliigaltee uumuuf qopha’aa tahuu ibse. Read More

Hidhaa fi ajjeechaan biyya Saudii-Arabiyyaa

Cafaqaan, hidhaa fi ajjeechaan biyya Saudii-Arabiyyaa keessatti baqatoota Oromoo fi lammiiwwan  Itoophiyaa irratti raawwatamaa jiru haal duree tokko malee daddaffiin dhabbatuu qaba!

Ergaa Gulaalaa Imaammata ADO Ibsu

Dhiheenya kana hawaasa Oromoo fi Ethiopia, akkasumas hawaasa saboota Afirka fi biyyoota sadaffaa sababa adda addaan biyyaa isaanii irraa ba’anii biyyoota arbaa adda addaa keessa jirtan irra miidhaan sukaneessaan yeroo gara yerootti  ga’aa jiru heedduu yaaddessaa ta’ee jira.

Keessumaa mootummaan Saudi bifa baqaanis haa ta’u hojii barbaadannaa ykn sababa adda addaan dhaqanii biyya sana keessatti argamn irratti tarkaanfii gara jibinaa inni fudhachaa jiru seera mataa isaa baafatee qabuu kan mirga dhala namaa kabajuufi seera adunyaa mallatteessee jiruunillee kan faallaa ta’e ta’eetu argama.

Akka seerrii addunyaa ibsutti baqataa biyya itti dhalate keessatti roorrifamee, jiraachuu dadhabee daangaa biyya biroo qaxxaamuree kooluu galtummaa gaafatu sirnaa fi seeraan keessummeessuu fi simachuuf biyyootaa fi mootummoonni dirqama qaban. Haala kana ilaalchisee biyyootaa fi mootummoonni waadaa fi kakuu seenan (conventions) mallatteessan qabu. Read More

Tokkummaa keessatti qabsoo, Qabsoo keessatti Tokkummaa

Mata duree knaa nama gubbaa irra laaluuf jechoonni tokkummaa fi qabsoo jedhan jechoota waliif faallaa fakkaatu. Garuu nama gadi-faggeessee xiinxallee fi akkaataa sabootaa fi ummatoonni addunyaa itti jiraatanii guddatan hubateef tokkummaa fi qabsoon walii faallaa osoo hintayin tasumayyuu walkeessatti ykn walii wajjin jiraatan hubata.

Tokkummaa fi qabsoon walmalee hinjiraatan. Sabni tokkos yoo tokkummaa hinqabaatin akka sabaatti jiraachuu hindanda’u. Akkasumas tokkummaa keessatti qabsoon yoo hinjiraatin guddatee fuulduratti warraaquu ykn tarkaanfachuu hindanda’u. Kana jechuun tokkummaan madda jireenna saba tokkoo yoo ta’u qabsoon ammoo madda guddinnaati.

Saba tokko akka sabaatti jiraachisuu fi guddisuun karaa filmaata biraa hinqabne tawuu isaa qabsaa’otaa fi jaarmayoonni Oromoo sirnaan hubachuu qaban jennee amanna. Sabootaa fi ummatoonni guddina olaanaa irra gayan karaa kana hordofanii jiraachuu fi guddachuu isaanii Oromoon hubachuu qaba. Hubachuu qofa utuu hin tahin fakkeenya hin haalamnee dhuga qabeessa tahuu fudhannee of dura tarkaanfachuu qabnaa jenna. Read More

Ambummaa (Citizenship)

Seenaa Eenyummaa (Identity) kessatti, ilmi namaa akka jiraataa hawaasaa-fi-siyaasaa (socio-political), eenyummaan isaa akka karaa sirnaa bifa shaniitiin of mulisee argina. Isaanis, kara sirna abbaa-lafummaa (feudal), sirna aango-mootii (monarchical), sirna abbaa-irrummaa namtokkee (tyrannical), sirna sabummaa (national) dhaaf sirna Ambummaa  (citizenship) ti. Egaa, Ambumman mullistu eenyummaa hawaasaa-fi-siyaasaa kessaa isa tokko. Ambumman eenyummaa warra kabira wajjin al takka takka woldorgommiin, al takka takka nagaan, al takka takka eenyummaa hunda keessaa isa olaanaa ta’ee yeroo argamu, al takka takkammoo eenyummaa kanneen biroo jalatti liqimsamee, xiqqaatee jiraatee as gahee jira.

Hariiroon sirna abbaa-lafummaa kessa jiru hariiro gubbaa-gadii (hierarchical) ta’ee, kan inni itti rarra’u walitti dhufeenya qabiyyee lafaa irratti ta’a. Jireenyaa fi yaada nama tokkoo, jechuun eenyummaa siyaasaa-fi-hawaasummaa isaa, yokiin gulantummaa (status) isaa sirna kana kessatti kan murteessu nami tokko sirna qabiyyee lafaa kessatti bakka inni qabatee jiru. Bittaa mootii yeroo jennummoo nama yeeroo baayyee maati tokko keessaa bahee dabareedhaan motummaa dhaalee namoonni biyya sana keessa  jiraatan hundi jala-bultuu isaa (subject) yeroo ta’an jeechuudha. Namni tokko akka fakaattii biyyaatti fudhatamee sabni marti isa jala bula. Nama hundumaa’rraa sirna kana kessatti kan eegamu, ajajamaafi bultummaa (loyalty) isaa mootii kana argisisu taha. Eenyummaan siyaasaa-fi-hawaasummaa jirus kanuma irratti hirkata. Sirna Abbaa-irrummaa namtokke yeroo jennu, warra duriis hatauu yeroo jabana si’anaa keesa motummaa qabatanii namoota biyya saani haccuuccaadhan bulchan hunda ilaala. Eenyummaan siyaasaa-fi-hawaasummaa sirna akkasi keesa jirus, waanuma namicha isa bulchaa jiru faarsuufi gammachiisuudhaafi waan abbaan-irree ajajee hojiirraa olchu’irratti hundaa’e tahee mullata. Read More

Itophiyaa Kaleessaa, Har’aa fi Borii

Qabsoon bilisummaa Oromoo tattaaffii irratti milikaawe ni qaba. Milkiiwwan kanneen keessaa tokko Itophiyaa fi Itophiyummaa dhabamuu ummata Oromoo irratti hundaawe diduu dha. Tattaaffi diddaa kana finiinsuudhaaf, Oromummaa fi Itophiyummaa waliif faallaa ta’uu afarsuun dirqii ture. Dhugaattis gaafa tattaaffiin kun eegalame, Oromummaan fi Itophiyummaan waliif faallaa turan. Halli akkasii Itophiyaa kaleessaa jalatti dhugoomee ture.

Itophiyaa kaleessaa jalatti Oromoos ta’anii amba Itophiyaas ta’uun hin danda’amu ture. Jechuun, Itophiyummaa gonfachuun kan danda’amu yoo Oromummaa mulqachuudhaaf qophii ta’an qofa ture. Namni afaan Amaaraa hin dubbanne, akka amba Itophiyaatti hin ilaalamu ture. Kan aadaa Amaaraa hin maxxanfanne fi kan seenaa Amaaraa hin leellifnes, akka amba Itophiyaatti hin fudhatamu ture. Ambummaa akkasii gonfachuun kan danda’amu, kana gochuu qofaan miti. Waan eenyummaa Oromoo mul’isan hundaas lagachuun fi tuffachuun dirqii ture. Read More

Xiinxala Haala Empayera Itophiyaa

Maqaan sirnaa kan biyyi Itophiyaa jedhamtee addunyaa biratti beekamtu kan duraanii Empayera Itophiyaa ture. Kana jechuun warri biyyicha uumee bulchaa tureyyuu, biyyi isaanii empayera ta’uu ni amanu turan. Empayera qabaachuun biyyooti Awropaa wajjin walqixa waan isaan taasisuuf ittiinis boonu turan. Dhuma Lola Addunyaa Lammaffaa (1945) booda garuu empayerri balfamaa dhufe. Haalli kun dhalachuun warri Awropaayyuu walabummaa biyyoota duraan koloneeffataa turanii akka fudhatan dirqe. Keessattuu Afrikaa keessatti walabumma gonfachuu kolonii warra Awropa baroota 1960ta keessatti daddaffiidhaan dhugoomaa ture. Kun deeme Empayera Itophiyaas yaaddessuu jalqabe. Ollaa empayerichaa keessaa kan dura walabummaa gonfate Sudan ture. Kunis bara 1956tti dhugoome. Itti aansee, Somalian bara 1960tti walaba baate. Akkuma duraan himame, Somalian empayerummaa Itophiyaa balaaleffatte mirga ummata afaan Somali dubbatuutiif falamuu jalqabde. Yeroodhuma kanatti warri Erteraas empayera ta’uu Itophiyaa balaaleffachuudhaan qabsoo walabummaa finiinsan. Qabsoon saboota koloneeffatamanii kanneen biraas yero sanatti ho’aa ture. Keessattuu kan Oromo baadiyyaa fi magaalaatti bifa haaraa horachaa dhufe. Baadiyyaa Lolli Baalee baroota danuudhaaf deemaa ture. Yeroodhuma sanatti magaalaa keessatti ammoo Waldayaan Maccaa fi Tuulamaa ijaaramee qalbii Oromootaa harkisaa ture. Read More

Heera fi Higga Mangist Ilaalchisee Ergaa Gulaalaa Imaammata ADO ibsu

Addi Dimokiraatawaa Oromoo (ADO)n bu’ureeffama isaa ilaalchisee menfesto baase keessatti Ethiopian erga akka biyyaatti moggaatee ka’ee takkaallee seera mootummaa, kan ummanni irratti mar’atee ittiin buluuf raggaasifte akka hin qabnee fi hanga har’aatti hegge-mengist qofaa akka qabdu ibse. Ittti fufuunis hegge- mengistiin kun ammoo meeshaa cunqursaa warra biyya sana walduraa duubaa bulchaa turanii fi jiranii ta’ee akka tajaajilu ibsuun, ADOn waan irratti qabsa’uuf lafa kaawwate keessaa tokko hegge-mengistii sana gara heeraatti jijjiiruun biyya Ethiopia keessatti olaantummaan seeraa akka jiraatu taasisuu ta’uu isaa ibsee ture.

Dhaggeefattooni keenya kan Afaan Oromoo, Afaan Ingilizii fi Amaaraa beekan, maal Heera (Constitution) fi Higga Mangistiin tokkoo mitii? Maalif kana akka adda addaatti dhiheessu jedhanii yaadu akka malan ni shalgana.

Constitution (Heeraa) fi Higga Mangist warri Ethiopia bulchan turanii fi jiran jedhan garaagarummaa isaa Addi Dimokiraatawaa  Oromoo ADOn carraa kanaan  gad fageenyaan hordoftoota isaaf ibsauu fedha. Read More

Xinaxala Haala Siyaasa Adunyaa

Xinaxala Haala Siyaasa Adunyaa – Barruu barnoota hubannaaf dhihaate

Barruu gabaabaan kun haala addunyaa kan yeroo ammaa irratti hubannaa fi yaada walfakkaatu uummatnis ta’e qabsaa’otni oromoo akka qabaatan gargaara yaada jedhu irraa akka ta’e dursinee isin hubachiisuu feena. kunis hubannaa walfakkaatu qabaachuun ilaalcha walfakkaatu akka qabaannuuf murteessaa dha. Ilaalcha walfakkaatuu qabachuun ammoo nu ijaara. Qaama tokkicha, qalbii tokkicha, sammuu tokkicha akka qabaannu nu taasisa. Akeekni barruu kanaa haala akkasii aanjessuu irratti xiyyeeffata.

Haalli kamiyyuu yeroo irraa gara yerootti ni jijjiirama. Waan ta’eef, xiinxalli haala addunyaas yeroo irraa gara yerootti haarayoomuu qaba. Xiinxallis sadarkaa adda addaatti godhama. Gariin irra keessa qofa tuttuqa. Gariin ammoo gadi fageessee ilaala. Gariin dheedhii dha. Gariin ammoo irra bilchaataa dha. Waan ta’eef, xiinxala dheedhii bilcheeffacha adeemuun dirqii dha. Akeekni barruu kanaas xiinxala sadarkaa duraa dhiheessuu dha. Yeroo irraa gara yerootti itti deebinee bal’isaa, bilcheessaa fi gadi fagoo taasisaa deemna. Read More

Xiinxala Haala Gaanfa Afrikaa

Xiinxala Haala Gaanfa Afrikaa – Haala siyaasa Gaanfa Afirkaa hubachuuf akka ta’utti barruu qophaawe.

Godinaan Gaanfa Afrikaa jedhamee beekamu Sudan, Sudan Kibbaa, Eritrea, Djibouti, Somaliland, Somalia hafee fi Itophiyaa hammata. Boodana keessa Kenya fi Ugandas itti dabaluun ni jira. Garuu xiinxala keenya kanaaf jara boodanaa lamaan dabaluun faayidaa waan hin qabneef Gaanfa Afrika akka duraan beekamutti fudhanna. Godinaan kun Gaanfa warseessaa waan fakkaatuuf Gaanfa Afrikaa jedhamee mogGaanfame. Godinaa kana haallan walitti hidhan danduu dha. Keessattuu haalli politikaa biyyoota kanneen keessaa tokko keessatti dhalatu warra hafanis ni tuttuqa. Caalaatti ammoo wanti biyyoota ollaa isee keessatti dhalatu Itophiyaa ni tuttuqa. Sababni isaas ifaa dha. Itophiyaan walakkeessa Gaanfa Afrikaatti waan argamtuuf biyyoota hafan hundaa ni daangessiti. Dabalees sabootni naannoo daangaa iseetti argamanis biyyoota ollaa keessas ni jiraatu. Affaarotni Eritrea fi Djibouti keessatti ni argamu. Ummatni afaan Tigrinyaa dubbatu Eritrea keessas jira. Warri afaan Somaali dubbatus Djibouti, Somaliland, fi Somalia hafe keessatti ni argamu. Anyuwak fi Nuer akkasumas Sudan Kibbaa keessatti ni argamu. Waan ta’eef, haalli Itophiyaa keessatti dhalatu biyyoota ollaattis cehuun ni mala. Akkasumas haalli biyyoota ollaa isee keessatti dhalatus Itophiyaa tuttuquu danda’a. Read More