May 27, 2018

ODF Statement on the election of Dr. Abiy Ahmed as Chairman of Ethiopia’s ruling party

Official ODF Logo

The Oromo Democratic Front (ODF) welcomes the election of Dr. Abiy Ahmed as Chairman of the Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (EPRDF) and as Ethiopia’s incoming Prime Minister. He comes into office at a critical period when the country is facing many domestic and regional challenges. He takes over a divided country, a fractured political system, a broken economy, a frayed social fabric amid a complex regional environment. The biggest challenge would be bringing about national reconciliation, ensuring justice, citizenship rights and equality for all. Ethiopia has age-old issues as well as new ones and we hope the new EPRDF…

Ummanni Oromoo Duula irratti Labsame Tokkummaa fi Gootummaan Mormuun ala Fala Biraa hin Qabu

Official ODF Logo

Ibsa Adda Demokraatawaa Oromoo (ADO): Ummanni Oromoo Duula irratti Labsame Tokkummaa fi Gootummaan Mormuun ala Fala Biraa hin Qabu Mootummaan abbaa-Irree Itoophiya gaaffii haqaa kan ummanni Oromoo karaa nagayaa fi seera-qabeessaan woggoota sadan dabraniif wareegama qaqqaalii itti baasuun gaafachaa turee fi itti jiru karaa qajeelaan deebisuu mannaa, Labsa Yeroo Muddamaa (LYM) irratti jigsee ilmaan sabaa ajjeechaa fi hidhaan alaakaa jira. Labsi kuni seeraa ala ta’uu daran rakkoo biyyattii kan hammeessu malee waan wayyeessu hin ta’u. Addi Demokraatawaa Oromoo (ADO) labsa kana ni balaaleffata; ni morma; duras ni dhaabbata. Carraa kanaanis ADOn ummata keenya kanneen murtii dabaa kana fuulaa-fuulatti dura dhaabbachuun…