October 23, 2017

Ibsa KQ Jaarmolii Bilisummaa Oromo Afurii (ADO, ABO, ABO-“T”, KWO)

JointStatement

28 Gurraandhala/February 2017 Weerrarri Shanyii Duguuggii fi Saamicha Lafaa Oromo irratti Baname Ibsa KQ Jaarmolii Bilisummaa Oromo Afurii (ADO, ABO, ABO-“T”, KWO) Mootummaan Itoophiyaa Adda Bilsummaa Ummata Tigraayin (ABUT) durfamu, kan sochii bulisummaa fi abbaa biyyumaa ummanni Oromo November 2015 hammaa October 2016 kara nagayaa fi naamusa guddaan geggeesseen hundeen roora’e, Muddee bara 2016 irraa jalqabee ummata Oromo irratti weerara shanyii duguuggii fi saamicha lafa gegeessaa jira. Weerarri sanyii duguuggii fi saamicha lafaa kun ummataa fi lafa ball’oo Oromiyaa irratti banamee deemaa jira. Weerarri kun Baha Oromiyaa irraa Qumbi, Cinaaqsan, Miidhagaa Lolaa, Gursum, Mayyuu Mulluqqee, Baabilee, Carcar/Gumbii Bordodde, Baale Daawwee…

Statement by the Coordinating Committee of Four Oromo Organizations

JointStatement

28 February 2017 Statement by the Coordinating Committee of Four Oromo Organizations We the undersigned four Oromo liberation organizations, strongly condemn the land-grab and ethnic-cleansing policy in Oromia region of Ethiopia in general and Hararghe, Bale and in Borana-Guji zones in particular. This is the result of the narrow ethnically-based Ethiopian government which, since 1991, is controlled and dominated by the Tigrayan People’s Liberation Front (TPLF) representing about six percent of the population of Ethiopia. The TPLF leadership hates Oromo numerical asset as they are the single largest national group in Ethiopia. For that purpose the TPLF adopted a secret…