December 16, 2017

የዶ/ር መረራ ጉዲናን በግፍ መታሠር አስመልክቶ ከኢትዮጵያ አገራዊ ንቅናቄ የተሰጠ መግለጫ

coalition

በአገራችን የመንግሥትን ሥልጣን በሕዝቦች ፍላጎትና ምርጫ ሣይሆን በጠመንጃ አፈሙዝ የተቆጣጠረዉ የህወሐት አገዛዝ ለዓመታት ለዘለቀዉ የኢትዮጵያ ሕዝቦች የዲሞክራሲ፣ የእኩልነትና የነፃነት ጥያቄዎች ተገቢዉን መልስ ከመስጠት ይልቅ ጥያቄዎቹን በማንሣት የሚታወቁትንና ሕዝብ የሚቀበላቸዉንና የሚከተላቸዉን የፖለቲካ ድርጅቶች መሪዎች፣ የሕዝብን ድምፅ በሰላማዊ መንገድ በማንፀባረቅ የሚታወቁ ጋዜጠኞችን፣ ወጣት ተማሪዎችን፣ በአጠቃላይ ፍፁም ሰላማዊ በሆነ መንገድ የመብት ጥያቄ የሚያነሱ ንፁሃን ዜጎችን በጅምላ ማሠር፣ ከአገር እንዲሰደዱ ማድረግና በወገንተኛ ወታደሮቹ አማካይነት መፍጀት የዘወትር ተግባሩ ማድረጉ ከኢትዮጵያ ሕዝቦች የተሰወረ አይደለም፡፡ ራሱን የኢትዮጵያ መንግሥት ብሎ የሚጠራዉ ይህ ሕወሐት-መራሽ የዘራፊዎች ቡድን ሰሞኑን ደግሞ ላለፉት ሃያ-አምስት ዓመታት በታየዉ የሥርዓቱ የግፍና የስቃይ እርምጃዎች ባለመደናገጥና ተስፋም ባለመቁረጥ የአገዛዙ መሪዎች ከዛሬ ነገ ወደልቡናቸዉ ተመልሰዉ እንደሰዉ በማሰብ ሕዝቦቻችን ለሚጠይቋቸዉ…

Hidhamuu Dr. Mararaa Guddinaa Ilaalchisee Sochii Biyyaa Itiyoophiyaa Irraa Ibsa Kenname

coalition

Aangoo mootummaa biyya keenyaa fedha ummataatiin ala humna qawweetiin kan dhuunfate Wayyaaneen, gaafii bilisummaa, wal-qixxuumaa fi diimookraasii sabnni bal’aan yeroo dheeraaf dhiheeffachaa tureef deebii keennuu lagatee warra gaaffilee kana dhiheessuun beekaman hayyoota, hooggantoota siyaasaa fi jarmiyaalee adda addaa, gaazeexessitoota, barattoota fi lammiiwwan mirga saba isaanii karaa nagaa mormmachuuf ol ka’an hunda hidhuun, biyyaa baasuun, akkasumas waraana isaa uummattoota Itiyoophiyaatiif otoo hinta’iin sirnichuma tiksuudhaaf ijaarame itti bobbaasuun ajjeesuu fi lafarraa duguuguu hojii guddaa taasifachuun isaa ifa bahee jira. “Mootummaa Itiiyoophiyaa” jedhee kan if saadu murni saamtuu Wayyaaneen durfame kun torbban darbe kana keessa gocha hamaa tokkoon as bahee jira. Gocha suukanneessaa…

Ethiopia Silences Last Legal Independent Oromo Opposition Voice

Official ODF Logo

For Immediate Release December 1, 2016 Ethiopia Silences Last Legal Independent Oromo Opposition Voice Statement of the Oromo Democratic Front (ODF) The Oromo Democratic Front (ODF) condemns in the strongest terms the detention of prominent Oromo and Ethiopian opposition leader Dr. Merera Gudina, Chairman of the Oromo Federalist Congress (OFC) and Vice-Chairman of the Coalition Ethiopian Federal Democratic Unity Forum, known by its Amharic acronym as MEDREK. The Ethiopian authorities detained Dr. Gudina, a vocal critic of the ruling party, upon his return from addressing the European Parliament in Brussels. The arrest is allegedly for transgressing the country’s two-month old…