December 16, 2017

RBO – August 2014

Here you will find Radio Bilisummaa Oromoo programming for the month of August, 2014.

RBO – July 2014

Here you will find Radio Bilisummaa Oromoo programming for the month of July, 2014.

RBO – June 2014

Here you will find Radio Bilisummaa Oromoo programming for the month of June, 2014.

Miseensotni Birkii ADO Awuropaa Walgahii Geggeeffatan!

Norway Meeting

Sadasa 16 biyya norway magaala Oslotti misoonsotini Ado walgahii waggaa bakka hoggantootni olaanoon Dhabicha argamanitt geggeeffamee jira. Walgahii kana irratti kan qooda fudhatan miseensetoo fi gafatamtoota sadarkaa addaa addaa kan biyya german, switzerland , Swedin , Holland, England fi Norway irraa kan keessatti argaman ta’uunis beekamee jira. Akeekni walgahii kanaas ,akkuma beekkamu ADOn erga akka jaarmaa/dhaaba siyaasaatti ijaaramee ganna tokkoo darbuu isaa sababeeffachuun dhaabni kun erga ijaaramee kaasee jechuun waggaa tokkoon kana keessatti maaltu godhame, maaltu raawwate, maaltu hir’atee fi maaltu ammoo guutuu akka qabu fuulduraaf akkeekkachuuf wal mari’achuu akka ta’e ibsamee jira. Walgahii kana kan dura taa’ummaan geggeessan miseensa koreegidduu fi gaafatamaa birkii awurooppaa kan ta’an…

Members Form