June 25, 2017

Sagantaa Irbaataa ADO Marsaa ADO MN’n Qophaawe

IMAG0855

Sagantaa Irbaataa ADO Marsaa ADO MN’n Qophaawe Bitootessa/March 22 bara 2014 Qophiin Galgala Irbaataa ADO Marsaa ADO Minnesotaan gaafa Bitootessa (March) 22, 2014 magaalaa lakkuu (Minneapolis- Saint Paul) keessatti qohaa`e milkiin xumuramee jira. Qophii irbaataa kana irratti kan argaman miseensootaa fi deeggartoota ADO afeeramanii fi dhibbaan lakkaawaman ture. Qophiin kun akka aadaa Oromootti eebba maanguddootaa fi abbootii amantiin baname. Itti aanusuudhaan wal-gahii kana irratti bakka buutuun Waajjira Senator Minnesota Al Franken jedhamu irraa argamte Aadde Ayianna Kennerly dhaamsaa fi nagaa Waajirra Senaotor Al Franken irra fidde dhiyeesitee jirti. Dhaamsa ishee keessattis Waajjirri isaanii ilmaan Oromoo Minnesotaa keessatti argaman karaa barbaachisaa…

RBO – February 2014

Here you will find Radio Bilisummaa Oromoo programming for the month of February, 2014.