October 23, 2017

Walgahii Ummata- Marsa ADO Naanno Lancaaster Pennsylvania

ODF Meeting in Lancaster, PA

Gaafa Amajjii 18/2014 walgahii Ummata Lancaaster Pa keessa, Marsa ADO Pa dhaan kan qophawee akeeka yaamameef milkkiin xumuraame. Walgahii kana iraati kan hirmaatan miseensooni ADO Pa, Deegertoota ADO fi hawwaasni Oromoo naanno Pennsylvania jiraan baayyinaan iraati argaamu dhaan ibsa haala qabsoo Oromoo keessa jiru dhageefaatani, marii hoggantoota ADO waliin goodhaanif carraa bananii. Walgahiin kun akka aaddaa Oromootti Eebba manguddotaan eegale, Itti aansuun J/Caalaa Lataa hirmaatoota walgahii kana baga nagaan dhuftanii jadhaani akeeka walgahii kana ibsuu dhaan keessummota kabaaja hoggantoota ADO hirmatoota walgahii kana waliin wal barsisaani.

The Search for a De-ethnicized Ethiopian Identity

Ethiopia

By Israel Fayisa The issue of identity has always been part of human socio-political evolution. Ancient history tells us nothing but how people of common ancestry lived together and how these people fought with others for greed or grievance. Slavery started and ended with identity at its core. Industrial revolution gave birth to the expansion of trade with people from different backgrounds. Obviously imperialism is based on the expansion of the territory of some people at the expense of others of different culture. Today democracies are struggling with how to address identity questions to bring sustainable peace. Identity is one…

RBO – January 2014

Here you will find Radio Bilisummaa Oromoo programming for the month of January, 2014.